Tag

Hawaasni Oromoo Nezerlaand qabsoo Oromoo hanga bilisummaatti dinagdeen utubuudhaaf waadaa seene

Onkoloolessa 15, 2016 Hawaasni Oromoo Nezerlaand qabsoo bilisummaa Oromoon Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiru irratti marii badhaa taasise. Mariin kuni kan taasifame magaalaa Amsterdam itti. Oromoonni marii kanarratti argaman kanniin qabsoo irratti wareegaman yaadatani; akkasumas ajjeechaa fi gidiraa mootummaa Woyyaaneetiin lammii isaanii irratti raawwatamaa jiru balaaleffataniiru. ‘Labsii yeroo muddamaa’ jechuudhaan sochii bal’aa ukkaamsaa fi saamichaa Woyyaaneedhaan