Guyyaa kana adeemsi HON woggaa lamaa ni gamaaggamama. Filannoon koree hawaasaa haarofnis ni taasifama.
Ebla 15, 2017 sa’aa laaqanaatii eegalee Guyyaa Goototaa ni kabajna; dhimma Oromoo fi hawaasa keennaa irraa ni mari’anna. Hundi koottaa hirmaadhaa!
Rakkoo Oromoonni waraqaa dhaban keessa jiran qajeelatti hubachuu fi haala kamiin dhimmi Oromoo mootummaa kana (IND) birratti xiyyeeffannaa gayaa akka argatu gochuun dada’amu irratti mari’achuu.
The objective of this demonstration is to bring the atrocities perpetrated against Oromo people in Ethiopia to the attention of the Dutch government and the people. We invite all peace and freedom loving people to join us.