Seminaara barnootaa HON GGD Amsterdam waliin ta’uudhaan qopheessee jira. Miseensonni hawaasa keennaaf haala jireenya fayyaqabeessa irratti seminaara ogeeyyiidhaan kennamu kanarraa qooda akka fudhattan isin affeerra. Koottaa hirmaadhaa.