Guyyaa kana sagantaalee ispoortii, dhiichisa, agarsiisa aadaa, baacoo fi taphoota addaddaa qabna. Waan nama bashannansiisa ykn nama barsiisa jettan yoo qabaattan nu biraan gayaa. Ispoortii fi agarsiisa aadaa irratti hirmaachuuf namoonni fedhii qabdanis nu qunnamaa.