Monthly Archives: March 2018

Hawaasni Oromoo Neezerlaand hiriira mormii Dan Haagitti geggeesse

Den Haag – Hawaasni Oromoo Neezerlaand hiriira mormii cimaa Bitootessa 22, 2018 magaalaa Dan Haagitti geggeesse. Oromoonni biyya Neezerlaand baay’inaan bayuudhaan Labsii Yeroo Muddamaa tibbana mootummaan Woyyaanee ummata keenna ukkamsuudhaaf yeroo lammaffaaf labsite balaaleffataniiru.  Labsiin kunis  saffisaan ummata irraa akka ka’us gaafataniiru. Hawaasni hiriira kana irratti hirmaate dararaan sirna Woyyaanee jalatti lammii isaanii irra gayaa

Vreedzaam protest voor hervormingen Ethiopie

ASMEDIA ( Den Haag) – Donderdagmiddag 22 maart tussen 13.00 uur en 15.30 uur hebben Nederlandse Ethiopiërs in Den Haag geprotesteerd tegen het Oost-Afrikaanse regime. De menigte protesteerde tegen het staatshoofd en diens regime in Ethiopië. Via leuzen en protestborden eisten ze onder andere: gelijke rechten voor iedereen; het stoppen van gedwongen migraties van de