Monthly Archives: April 2017

Ethiopia admits 2016 unrest death toll reached 669

The official death toll from last year’s civil unrest in Ethiopia came to 669 people, according to a report to the parliament in Addis Ababa this week. Euractiv | Long-standing grievances over land-allocation and political marginalisation in the Oromia and Amhara regions saw spontaneous ‘illegal’ protests and the killing of some 600 civilians by security

Hawaasni Oromoo Nezerlaand Ebla 15, 2017 Guyyaa Gootota Oromoo kabajate

Hawaasni Oromoo Nezerlaand Ebala 15, 2017 Guyyaa Gootota Oromoo bifa oo’aadhaan magaalaa Amstardaamitti kabajate. Guyyaa kana miseensonni hawaasaa bay’inaan  wolitti dhufuudhaan gootota Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti wareegaman yaadataniiru. Guyyaan Gootota Oromoo bara kanaa mata duree ‘shoora dubartoota Oromoo Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti’ jedhu jalatti kan kabajame. Sirna kabaja kanaa irratti addee Na’amaat Iissaa, miseensa koree